Mala/tool haaraa: Farra ilbiisaa uumamaa (Insektisaayidii baaylojikaalawaa) peestiiwwan/pests bunaa ijoo ittiin too’achuuf oolan

Peestiiwwan bunaarra miidhaa geessisan kan akka Coffee Berry Borer, Coffee Leaf Miner fi Red Spider Mite fi peestiiwwan/pests biroo gogiinsa qilleensaa fi ho’a dachaan dabalaa jiru keessatti baay’inaan guddachaa jiru.
Farri ilbiisaa uumamaa (Insektisaayidiin baaylojikaalawaa) kanneen jedhaman kan biqiltoota naannoo irraa argaman, akka mala/tooftaa too’annoo peestiiwwan/pests kanaatti itti fayyadamuun ni danda’ama. Kun ammoo baay’ina peestiiwwanii/pests hir’isuun fayyummaa bunaaf fi callaa qulqullina olaanaa qabu argamsiisa.
Faayidaalee isaanii: Insektisaayidii biyoooloojikaalaawaa kunniin insektisaayidii kiimikaalaawaa wajjin wal bira qabamee yoo ilaalame, gatii xiqqaa fi haala salphaan argamu; akkasumas, haala qilleensa naannoo eeguuf mijatoo dha; sababni isaas ni diigamu ykn dafanii tortoruun gara biyyootti jijjiramu (biodegradable) dha. Dabalataanis fayyaa qonnaan bultootaa fi fayyaa fayyadamtootaa eeguuf gumaacha guddaa qabu.
Mee bakka “Plant care and cultivation” "Integrated pest and disease management" jedhamu keessatti, insektisaayidii biyoooloojikaalaawaa gara garaatoolbox keessaa ilaalaa!